Oduu biyya keessaa Guyyaan Ityoophiyaa kabajamaa jira Obse Wakgari Sep 6, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti Qaammeen 1 Guyyaa Ityoophiyaa jechuun kabajamaa jira. Guyyichis addababaay Masqaalaattii kabajamaa kan…
Oduu biyya keessaa Sagantaan cufiinsa Ashaaraa magariisaa Godina Shawaa Bahaa aanaa Lumeetti gaggeeffameera Sifen Megersa Sep 5, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Sagantaan cufiinsa Ashaaraa magariisaa Godina Shawaa Bahaa aanaa Lumeetti bakka Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiyii fi hoggantoonni olaanoo mootummaa…
Oduu biyya keessaa Gareen shororkeessaa ABUT garee kallattii sadiin hiriirsee guutuumma guutuutti… Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)-Humni garichaa Jeneraal Migbaayiin durfamu Armii 1ffaa jedhamu guutuumma guutuutti barbadaa’uu Letanaal Jeneraal Baacaa Dabaleen ibsaniiru. L/J Baacaa…
Oduu biyya keessaa Giddugalli Leenjii Loltummaa Huursoo Koontijeent loltoota bu’uraa leenjisaa ture eebbisiisa… Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Aanaa Tokkee Kuttaayeetti rasaasoonni kumni 3 fi 52 to’annaa jala oolan Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)-Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaatti Giddugalli Leenjii Huursoo loltoota leenjisaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaa Ashaaraa Magariisaatin hanga ammaatti biqiltuun biiliyoonni 18 dhaabbate-Dooktar Abiy Obse Wakgari Sep 3, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)- Sagantaa Ashaaraa Magariisaatin hanga ammaatti biqiltuun biiliyoonni 18 dhaabbachuu Muummeen Minstiraa Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Humni garee shororkeessaa ABUT Sudaan Alamhaal irraan loo’ee seenuuf yaalii taasise barbadeeffame Obse Wakgari Sep 3, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)- Humni garee shororkeessaa ABUT Sudaan Alamhaal irraan loo’ee seenuuf yaalii taasise raayyaa ittisa biyyaatin barbadeeffameera. Ergamaasa kanaan ijaarsa…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Zawdee boqachuu weellisaa Alamaayyoo Isheeteef gadda itti dhaga’aame ibsan Obse Wakgari Sep 3, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee boqachuu weellisaa Alamaayyoo Isheeteef gadda itti dhaga’aame ibsaniru. Preezdaantiittin erga isaaniin,…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad boqachuu weellisaa Alamaayyoo Isheeteef gadda itti dhaga’aame ibsan Obse Wakgari Sep 3, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad boqachuu weellisaa Alamaayyoo Isheeteef gaddaa itti dhaga’aamee ibsaniiru. Dooktar Abiy fuula Twiitara…
Oduu biyya keessaa Keeniyaan nageenyaa fi Badhaadhinaa Ityoophiyaaf deeggarsa taasiiftu cimsite kan itti fuftu ta’uu… Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Keeniyaan nageenyaa fi Badhaadhinaa Ityoophiyaaf deeggarsa taasiiftu cimsite kan itti fuftu ta’uu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Keeniyaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Reeyichel Oomaamoo waliin mari’atan Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Keeniyaa Ambaasaaddar…