Waanti akka naannootti karoorfamee hanga gadiitti hojiitti hiikamuu qaba-Preezdaant Shimallis
Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )-Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan waanti akka naannootti karoorfamee hanga gadiitti hojiitti hiikamuu qaba…