Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad erga baga gammaddanii dabarsan Obse Wakgari Jul 30, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad olompikii Tookiyoo irratti Ityoophiyaan warqee isa jalqabaa fiigicha meetira 10,000 tiin Salamoon…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Maartiin Giraaftiis waliin mari’atan Obse Wakgari Jul 30, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti itti aanaan barreessaa dhimmoota namoomaa fi qindeessaa deeggarsa yeroo…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Kaanaadaa waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 29, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makoonniin Ministira Alaa Kaanaadaa Maark Gaarnuu waliin…
Oduu biyya keessaa Torbeewwan lamaan darbanitti biyyoota garagaraarra lammiileen kumni 41 ol gara biyyaa… Obse Wakgari Jul 29, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)- Torbeewwan lamaan darbanitti Saa’ud Arabiyaa fi biyyoota garagaraarra lammiileen kumni 41 fi 485 gara biyyaa deebi’uu Ministeerri Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Itti aanaan Barreessaa dhimmoota namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii daawwannaa… Obse Wakgari Jul 29, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)-Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti itti aanaan barreessaa dhimmoota namoomaa fi qindeessaan deeggarsa yeroo aariifachiisaa Maartiin Giraaftiis…
Oduu biyya keessaa Hooggantootaa fi hojjettoota tajaajila gurguranii fi hannatti bobba’an qulqulleessuun, sirna… Obse Wakgari Jul 29, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)-Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa Hooggantootaa fi hojjettoota tajaajila gurguranii fi hannatti bobba'an qulqulleessuun,…
Oduu biyya keessaa ABUT naannollee ollaarratti itti fufiinsaan qocholaa raawwachaa jira – Biilanee Siyyuum Sifen Megersa Jul 28, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 21, 2013 (FBC) – ABUT naannollee ollaarratti itti fufiinsaan qocholaa raawwachaa jiraachuu Seekreetariin Waajjirra Muummee Ministiraa Biilanee Siyyuum ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Aljeeriyaan dameewwan garaagaraan waliin hojjechuuf fedhii qabaachuu ibsan Sifen Megersa Jul 28, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 21, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Aljeeriyaan dameewwan garaagaraan waliin hojjechuuf fedhii qabaachuu ibsaniiru. Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Roozmarii Diikaarloo waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 27, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 20, 2013 (FBC) – Preezdaantii FDRI Saahilawarq Zawdeen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti itti gaafatamtuu Dhimmoota Siyaasaa fi ijaarsa nageenyaa Roozmarii Diikaarloo…
Oduu biyya keessaa Gareen ABUT Konkolaattoota deeggarsa namoomaaf daandii akka banu Dhaabbileen idil addunyaa dhiibbaa… Sifen Megersa Jul 27, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 20, 2013 (FBC) – Gareen ABUT Konkolaattoota deeggarsa namoomaaf daandii akka banu Dhaabbileen idil addunyaa dhiibbaa taasiisuu akka qaban Qulqulleessi Ragaa Haala…