Oduu biyya keessaa Injifannoon wareegama malee hin argamu – Dooktar Abiy Sifen Megersa Jul 21, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Injifannoon wareegama malee hin argamu jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy duula olaantummaa seeraa kabachiisuu…
Oduu biyya keessaa Sirni Awwaalcha barreessaa Gaaddisaa Birruu raawwatame Sifen Megersa Jul 21, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Sirni awwaalcha barreessaa Asoosama Afaan Oromoo jalqabaa Gaaddisaa Birruu Waaqaa mana amantaa Kiristiyaanaa Qulqulluu Yooseefitti raawwatame.…
Oduu biyya keessaa Gareen Shororkeessaa ABUT haleellaa raawwachuun ummata naannoo Tigraayiif deeggarsi namoomaa akka… Sifen Megersa Jul 20, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) –Gareen Shororkeessaa ABUT haleellaa raawwachuun konkolaattoonni deeggarsa namoomaa fe'anii turan gara naannoo Tigraay akka hin seenne taasiisuu…
Oduu biyya keessaa Haleellaa gareen ABUT tokkummaa Ityoophiyaarratti akeekaa jiru waloon qolachuun barbaachisaadha… Sifen Megersa Jul 20, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) – Haleellaa gareen shororkeessaa ABUT tokkummaa Ityoophiyaarratti akeekaa jiru waloon qolachuun barbaachisaa ta’uu Daayreektarri olaanaan Tajaajila…
Oduu biyya keessaa Barreessaan Asoosama Afaan Oromoo jalqabaa Gaaddisaa Birruu boqatan Sifen Megersa Jul 20, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) – Barreessaan Asoosama Afaan Oromoo jalqabaa Gaaddisaa Birruu Waaqaa addunyaa kanarraa du’aan boqatan. Afaan Oromoodhaan asoosama jalqabaati kan…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Abdiisaan Ayyaana Arafaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jul 19, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Preezdaantiin bulchiinsa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisan Ayyaana Iid Al Adahaa Arafaa waggaa 1442ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii…
Oduu biyya keessaa Preezdaanti Saahilawarq ayyaana Arafa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jul 19, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawddeen ayyaanaa Iid Al Adahaa Arafaa waggaa 1442ffaa sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu ergaa baga… Sifen Megersa Jul 19, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu sababeeffachuun ergaa baga…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu ergaa baga… Sifen Megersa Jul 19, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makoonniin Guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan…
Oduu biyya keessaa Guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumurame Sifen Megersa Jul 19, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa Guddicha Ityoophiyaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu ibsameera. Guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa…