Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Zawdeen badhaafamaan Obse Wakgari Aug 4, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen badhaafamaniiru. Ministeerri Dubartootaa, Maatii fi Daa’immaan Diimokraatik Rippabiliik Koongoo waggatti bara…
Oduu biyya keessaa Jaalleewwan miseensa nageenyaa uummattootaa fi mootummaa Ityoophiyaa cinaa akka dhaabbatan ibsan Obse Wakgari Aug 3, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )- Jaalleewwan miseensa nageenyaa uummattootaa fi mootummaa Ityoophiyaa cinaa akka dhaabbatan ibsaniiru. Itti aanaan Muummee Ministiraa fi…
Oduu biyya keessaa Waanti akka naannootti karoorfamee hanga gadiitti hojiitti hiikamuu qaba-Preezdaant Shimallis Obse Wakgari Aug 3, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )-Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan waanti akka naannootti karoorfamee hanga gadiitti hojiitti hiikamuu qaba…
Oduu biyya keessaa Ajjeechaa artiisti Haacaaluu Hundeessaan kan himatamee Xilaahuun Yaamii hidha umrii guutuun adabame Obse Wakgari Aug 3, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC)- Ajjeechaa artiisti Haacaaluu hundeessaan kan himatamee Xilaahuun Yaamii hidha umrii guutuun adabameeraa. Murtichi kan laatamee Mana Murtii…
Oduu biyya keessaa Dhiibbaan gama Lixa Tigraayiin ulaan daddabarsaa haa banamu jedhu fudhatama hin qabu- Komiishinar… Obse Wakgari Aug 3, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )-Dhiibbaan gama Lixa Tigraayiin Ulaan daddabarsaa haa banamu jedhu fudhatama hin qabu jechuun Komiishnarri komiishiinii Qajeelcha hojii sodaa balaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad bu’aa dabalataa Olompiikii Tookiyoorratti argameef erga baga gammaddanii… Obse Wakgari Aug 2, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Olompikii Tookiyoo irratti Ityoophiyaan fiigicha gufachiisaa meetira 3000 warra dhiiraatiin Lammeechaa…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Zawdee bu’aa dabalataa Olompiikii Tookiyoorratti argameef erga baga… Obse Wakgari Aug 2, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee bu’aa dabalataa Olompiikii Tookiyoorratti argameef erga baga gammaddanii dabarsaaniiru. Preezdaantittiin…
Oduu biyya keessaa Dhiyeessitoonni Prooppogaandaan ABUT fakkiiwwan sobaa fayyadamuun duula sobaa ‘haleellaa Humaraa’… Obse Wakgari Aug 2, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Dhiyeessitoonni Prooppogaandaan ABUT fakkiiwwan sobaa suraawwan qindeessee fayyadamuun duula sobaa ‘haleellaa Humaraa’ irraa deebiin kakaasuurratti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad preezdaantiin Turkii Reesiip Xaayiip Erdoogaan waliin mari’atan Obse Wakgari Aug 2, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantii Tarkii Reesiip Xaayip Erdoogaan waliin bilbilaan mari’ataniiru. Hariiroo Ityoophiyaa fi…
Oduu biyya keessaa Daandii Qilleensichaa ilaalchisee odeeffannoowwan miidiyaalee hawaasaarratti tamsa’aan sobaa jedhame Obse Wakgari Aug 1, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 25, 2013 (FBC)- Daandii Qilleensichaa ilaalchisee odeeffannoowwan miidiyaalee hawaasaarratti tamsa’aan sobaa ta’uu Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa beeksiseera.…