Tajaajilli lammummaa duudhaa sirna Gadaarraa fudhatameedha – Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Kenniinsi Tajjajila Lammuummaa fi Ashaaraa Magariisaa gannaa dhufuu mata duree ‘kootta Oromiyaa haa uwwisnuu’ jedhuun…