Waliigaltee biyyaalessaa uumuuf duudhalee tokko nu taasisaan irratti xiyyeeffachuun barbaachisaadha…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC)- Waliigaltee biyyaalessaa uumuuf duudhalee tokko nu taasisaan irratti xiyyeeffachuun barbaachisaa ta’uu akka qabu Ministirri Mininsteeraa Nageenyaa aadde…