Oduu biyya keessaa Manni marichaa yaa’ii idilee gaggeesse Obse Wakgari May 6, 2021 0 Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu'oota Uummataa bara hojii waggaa 6ffaa yaa'ii idilee 13ffaa har’a gaggeesseera. Manni marichaa ABUT fi Shaneen shororkeessummaan…
Oduu biyya keessaa Galmeen filattootaa haala gaariirra jira-Dooktar Abiy Ahimad Obse Wakgari May 4, 2021 0 Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad gamaaggamni qophii filannoo duraa preezdaantoota naannolee fi Boordii Filannoo waliin torbanitti gaggeeffamuu…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad ergaa baga guyyaa goototaan isin gahee dabarsan Obse Wakgari May 4, 2021 0 Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ergaa baga guyyaa goototaan isin gahee dabarsaniiru. Guyyaan kun yaadannoo gootonni keenyaa biyyatti wareera…
Oduu biyya keessaa Sudaan naannoo Beenishaanguul Gumuuz anaaf mala kan jettee Ministeerri Dhimma Alaa fudhatama… Obse Wakgari May 4, 2021 0 Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Mootummaan Sudaan naannoo Beenishaanguul Gumuuz anaaf malaa kan jedhe Ministeerri Dhimma Alaa fudhatama dhabsiiseera. Dubbi Himaan Ministeera Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Hawaasni odeeffannoon sobaa tamsa’aa jiraachuu beekee of eeggannoo barbaachisaa akka taasisuu… Obse Wakgari May 4, 2021 0 Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Gareen yakkamtootaa Iimeelii Muumme Ministiraa duraarra odeeffannoo ergameera jechuun fakkeessuu fi deebii sobaa laachaa jiraachuu Waajjirrii Muummee…
Oduu biyya keessaa Humni Galaanarra FDRI Asxaa haaraa fi uffataa seeraa eebbisiise Obse Wakgari May 4, 2021 0 Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Humni Galaanarra FDRI Asxaa haaraa fi uffataa seeraa har’a eebbisiseera. Eetaamaajoorri Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Jeneraal Biraanuu Juulaan, ijaarsa…
Fayyaa Fandichi Ityoophiyaatti daa’immaniif nyaata madaalawaa dhiyeessuuf deeggarsa doolaara miiliyoona… Obse Wakgari May 3, 2021 0 Finfinnee, Eebila 25, 2013 (FBC) – Fandiin Misoomaa Afrikaa Ityoophiyaatti daa’immaniif umrii waggaa 5 gadi ta’aniif nyaata madaalawaa dhiyeessuu fi cuuqaruu ittisuuf deeggarsa Doolaara…
Oduu biyya keessaa Loltoota Ityoophiyaa nageenyaa fi tasgabbii Somaaliyaaf shoora bahaaniif badhaasni meedaaliyaa… Obse Wakgari May 3, 2021 0 Finfinnee, Eebila 25, 2013 (FBC) – Somaaliyaatti humna nageenyaa kabachiisaa Gamtaa Afrikaa jalatti kan argaman loltoota Ityoophiyaa nageenyaa fi tasgabbii Somaaliyaaf shoora bahaaniif…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq ergaa baga geessanii Ayyaana Faasikaa dabarsan Sifen Megersa May 2, 2021 0 Finfinnee, Eebila 24, 2013 (FBC) - Preezdaantiin FDRI SaahilaWarqi Zawdee hordoftoota amantaa Kiristiyaanaa maraaf ergaa baga geessanii Ayyaana Faasikaa dabarsaniiru. Ayyaanni Faasikaa…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa TPLF fi Shanee shororkeessummaan akka moggaafamaniif yaada murtoo dabarse Obse Wakgari May 1, 2021 0 Finfinnee, Eebila 23, 2013 (FBC)-Manni Maree Ministeerota Dhaabbilee Adda bilisa baasaa Ummata Tigraay TPLF fi Shanee shororkeessummaan akka moggaafamaniif yaada murtoo dabarseera. Manni…