Oduu biyya keessaa Wiiliyaam Ruutoon Finfinnee galan Tsehay Guluma Dec 23, 2025 0 Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC)- Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Finfinnee galaniiru. Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon daawwanna hojii guyyaa tokkoof Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Dhaabbiileen Federaalaa yeroo gara yerootti jijjiiramaa dhufan- Obbo Adam Faaraah Tsehay Guluma Dec 23, 2025 0 Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC)- Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Hogganaan Giddugala Ijaarsa Sirna Diimokiraasii fi Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah…
Oduu biyya keessaa Nageenyaa fi misooma waaraa Itiyoophiyaa dhugoomsuuf tokkummaa sabdaneessaa mirkaneessuun… Sifen Megersa Dec 22, 2025 0 Finfinnee, Mudde 13, 2018 (FMC) –Nageenyaa fi misooma waaraa Itiyoophiyaa dhugoomsuuf tokkummaa sabdaneessaa mirkaneessuun barbaachisaadha jedhan sadarkaa itti aanaa Ministira Muummeetti…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaatti namoonni miiliyoonni 55 fayyadamoo Teeleebirrii ta’an – Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Dec 22, 2025 0 Finfinnee, Mudde 13, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaatti namoonni miiliyoonni 55 fayyadamoo Teeleebirrii ta’aniiru jedhan. Kanneen keessaa namoonni…
Oduu biyya keessaa Galmoota ijoo Diijitaal Itiyoophiyaa 2030… Sifen Megersa Dec 22, 2025 0 Finfinnee, Mudde 13, 2018 (FMC) -Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Diijitaal Itiyoophiyaa 2030 eegalchiisaniiru. Galmi Diijitaal Itiyoophiyaa 2025 karaa guutuun milkaa'eeera,…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Dec 21, 2025 0 Galmoonni Dijiitaal Itiyoophiyaa 2030 akka milkaa’aniif dhimmoonni bu’uuraa lama jiru. Inni jalqabaa waliingahiinsa elektirikaati. Waliingahiinsi elektirikaa soorata teeknooloojii…
Oduu biyya keessaa Siinqee Group — Qoricha Waanjoo Hiyyummaa – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa Dec 20, 2025 0 Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC) – Baankiin Siinqee qoricha Waanjoo hiyyummaati jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan. Baankiin Siinqee yaa’ii waliigalaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Diijitaal Itiyoophiyaa 2030’n gara ol kaa’iinsatti ceeti – obbo… Sifen Megersa Dec 20, 2025 0 Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan Diijitaal Itiyoophiyaa 2030'n gara dorgommii ol kaa'iinsa seena qabeessaa fi idil addunyaa ta'etti ceeti jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan…
Oduu biyya keessaa Galmi Diijitaal Itiyoophiyaa 2025 karaa guutuun milkaa’e – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Dec 20, 2025 0 Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC) – Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Diijitaal Itiyoophiyaa 2030 eegalchiisaniiru. Galmi Diijitaal Itiyoophiyaa 2025 karaa guutuun milkaa'eeera,…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud waliin mari’atan Ayana Dheressa Dec 19, 2025 0 Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud waliin mari'ataniiru. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…