Mootummaan Federaalaa birrii biiliyoona 1.8 baasuun naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaa…
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) – Mootummaan Federaalaa Birrii biiliyoona 1.8 baasii taasiisuun naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaa dhiyyeessuu Waajjirri Muummee Ministiraa…