Oduu biyya keessaa Aadde Keeriyaa Ibraahiim harka laatan Wabi Fufa Dec 2, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2013 (FBC)- Af yaa'iin Mana Maree Federeeshinii duraanii aadde Keeriyaa Ibraahiim mootummaatti harka laatan. Aadde Keeriyaan sadarkaa hoggansa olaanaa ABUT…
Oduu biyya keessaa Ergaa preezdaant Shimalliis Abdiisaan banamuu manneen barnootaa Sabbeeffachuudhaan dabarsan Obse Wakgari Dec 1, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2013 (FBC)- Ergaa Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Kabajamoo Obbo Shimallis Abdiisaa Banamuu Manneen Barnootaa Sabbeeffachuudhaan dabarsan guutuun…
Oduu biyya keessaa MM Dr.Abiy Ahimad biyya tajaajiluun, kan jalqaban xumuraa, toora karoorfataniin kanbiraa milkeessuuf… Wabi Fufa Dec 1, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2013 (FBC) –Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad biyya tajaajiluun, kan jalqaban xumuraa, toora karoorfataniin kanbiraa milkeessuuf adeemuu gaafata jedhan.…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa paartii walqixummaa sabaa fi sablammootaa mirkanneessu malee paartii… Sifen Megersa Nov 30, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) –Paartiin Badhaadhinaa paartii walqixummaa sabaa fi sablammootaa mirkanneessu malee paartii dhaadheessaa sirna abbaa irree miti jedhan Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan haala jiru xinxaaluun karaa nagaa fi tasgabbii buusuun danda’amurratti xiyyeeffannoon… Obse Wakgari Nov 30, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaaffiilee miseensoota mana mare bakka bu’oota ummataaraa ka’aniif deebii laataniiru. Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Tokkummaan sabdaneessaa yoomiyyuu ni injifata-Paartii Badhaadhinaa Obse Wakgari Nov 29, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)- Waggoottan lamaan darbanitti gaaffii demookaraasii dhugaa uummata deebisuu fi sirna mootummaa ifoome ijaaruuf jijjiirrama waarawaa fiduuf Ityoophiyaaf…
Oduu biyya keessaa Yoo booji’amnes juuntaa ABUTtiin osoo hin taanee Ityoophiyaa fi Ityoophiyuummanidha-L/J Baacaa… Obse Wakgari Nov 29, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)-Raayyaan ittisa biyyaa duula olaantummaa seeraa kabachiisuu naannoo Tigraayitti gaggeessaa turee xumuruun hawaasa gara qe’eesaatti deebiisu eegaluu…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Zawdee daawwannaa hojiif Jibuutii galan Obse Wakgari Nov 29, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)-Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee daawwannaa hojiif Jibuutii galaniiru. Preezdaant Saahilawarq, preezdaant Jibuutii Ismaa’eel Omaar Gillee…
Oduu biyya keessaa Manni maricha walga’ii addaa boruu bakka Dooktar Abiy Ahimad argamanitti ni gaggeessa Obse Wakgari Nov 29, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)- Mannii Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii addaa waggaa 6ffaa bara hojii 2ffaa boruu bakka Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti ni…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Zawdee raayyaan ittisa biyyaa injifannoo gonfateen baga gammaddan jedhan Obse Wakgari Nov 29, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC0- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee raayyaan ittisa biyyaa injifannoo gonfateen baga gammaddan jedhaniiru. Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee…