Pireezidaanti Taayyeen Expoo torbee daldalaa ‘Kan Itiyoophiyaa Bitaa” jedhuu banan
Finfinnee, Hagayya 24, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Expoo torbee daldalaa “ Kan Itiyoophiyaa Bitaa“ jedhuu bananiiru.
Torban Daldalaa mata duree “ Kan…