Oduu biyya keessaa Waltajjiin hoggansa dubartootaa gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Aug 10, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2017 (FMC)- Waltajjiin bu’aa jijjiiramaa kan ta’e hoggansa dubartootaa Godaambaa Saayinsiitti gaggeeffamaa jira. Waltajjichi qopheessummaa Ministeera Dhimma…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad adeemsa hojii misooma qarqara lagaa Finfinnee daawwatan Ayana Dheressa Aug 8, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2017(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad adeemsa hojii misooma qarqara lagaa Finfinnee daawwataniiru. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa…
Oduu biyya keessaa Ibsa Mana Maree Paartii Badhaadhinaa Ayana Dheressa Aug 8, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2017 (FMC) – Manni Maree Paartii Badhaadhinaa walga’ii idilee Adoolessa 30-Hagayya 2, 2017’tti gaggeessaa ture xumureera. Paartichi xumuramuu walgahichaa…
Oduu biyya keessaa Komishinichi Itiyoophiyaanota ala jiraatan irraa ajandaa walitti qabuu eegale Ayana Dheressa Aug 8, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2017(FMC)- Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaanota biyyoota alaa jiraatan irraa ajandaa walitti qabuun eegalameera jedhe. Dubbi Himaan Komishinichaa obbo…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Turkimeenistaan imaammata diinagdee fi faayinaansii irratti waloon hojjechuuf… Tsehay Guluma Aug 7, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaa fi Turkimeenistaan imaammata diinagdee fi faayinaansii irratti waloon hojjechuuf waliigalaniiru. Ministirri Ministeera Geejjibaa Fi…
Oduu biyya keessaa Boordichi teeknooloojjii ammayyaa hojirra akka oolchuuf deeggarsa seeraa argateera- Aadde… Tsehay Guluma Aug 7, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2017 (FMC)- Boordiin Filannoo biyyaalessaa rakkoolee raawwii fi hiikaa labsirratti mudataa turan furuun akkasumas seeraa raawwii teeknooloojii hojirra oolchuuf…
Oduu biyya keessaa Tumsi Itiyoophiyaa fi Chaayinaan qaban waltajiiwwan idil addunyaatti bu’a qabeessa ta’eera-… Tsehay Guluma Aug 7, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2017 (FMC)- Tumsi Itiyoophiyaa fi Chaayinaan qaban waltajjiiwwan idil addunyaatti caalmaatti bu’a qabeessa ta’aa dhufeera jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee…
Oduu biyya keessaa Ashaaraan magariisaa diinagdee jijjiirama qilleensaan hin raafamne uuma- Hayyuu Diinagdee Ayana Dheressa Aug 6, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2017(FMC) – Ashaaraan magariisaa diinagdee jijjiirama qilleensaan hin raafamneefi dhaloota itti aanutti darbuu kan uumudha jedhan hayyuun diinagdee. Sagantaan…
Oduu biyya keessaa Amantaaleen waloon ta’uun nageenya biyyaa cichoomsuuf hojiilee bal’aa hojjetan Sifen Megersa Aug 5, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2017 (FMC) – Amantaaleen waloon ta’uun walummaa cimsuun nageenya biyyaa cichoomsuuf hojiilee bal’aa hojjetan jedhe Ministeerri Nageenyaa. Yaa’ii 4ffaan Nageenya…
Biiznasii Daandiin Qilleensichaa galii Doolara biiliyoona 7.6 argate Tsehay Guluma Aug 5, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2017 (FMC )- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa bara baajataa xumurame galii Doolara biiliyoona 7 fi miiliyoona 600 argachuu ibse. Hojii Raawwachiisaa Olaanaan…