Oduu biyya keessaa Wareegamtoonni Waxabajjii 15 yaadataman Obse Wakgari Jun 22, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Dhaabbiin biqiltuu yaadannoo Waxabajjii 15 gaggeeffame. Guyyaan yaadannoo waggaa 1ffaa hoggansi olaanoo raayyaa ittisa biyyaa FDRI fi…
Oduu biyya keessaa Waliigaltee mirga misooma laga Abbayyaa irratti qabdu daangessu akka hin fudhanne obbo Gadduu… Wabi Fufa Jun 21, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 14, 2012 (FBC) Ityoophiyaan sababa waliigaltee hidha haaromsaan, waliigaltee mirga misooma laga Abbayyaa irratti qabdu daangessu akka hin fudhanne Ministirri Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad Ofisaroota jeneraalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin mari’atan Wabi Fufa Jun 21, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 14, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ofisaroota jeneraalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin mari’atan. Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ofisaroota…
Oduu biyya keessaa Namoonni 63 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise Wabi Fufa Jun 21, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 14, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoonni 63 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise. Gabaasa sa'aa 24 kanaan qorannaan…
Idil Addunyaa Gibts miidiyaaleen biyyattii dhimma hidha haaromsaatti gabaasa akka hin hojjenne dhorkite Sifen Megersa Jun 20, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2012 (FCB) - Gibts miidiyaalee biyya ishee dhimma Hidha haaromsaa, weerara vaayrasii koroonaa biyya keessaa fi walitti bu’iinsa Libiyaarratti gabaasa akka hin…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Dooktar Abiy erga baga gammadanii Preezdaantii Buruundiif dabarsan Sifen Megersa Jun 20, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2012 (FCB) - Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantii haaraa Buruundii Iivaariistee Nidaayshiimaayyeef erga baga gammadanii dabarsan. …
Oduu biyya keessaa Waldhabdee Oromoo gidduu jiru hiikuuf sirni gadaa filannoo isa jalqabaa ta’uu qaba – Abbaa Gadaa… Sifen Megersa Jun 20, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2012 (FCB) - Sirni Gadaa qabeenya Oromoo ta’uu bira darbee qabeenya addunyaat jedhaan walitti qabaan Gumii Abbootii Gadaa fi Abbaan Gadaa Tuulamaa Goobana…
Oduu biyya keessaa Gabaasa sa’aa 24 darbetiin vaayrasichaan lubbuun namoota 7 darbe Sifen Megersa Jun 19, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoonni 116 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise. Gabaasa sa'aa 24 kanaan…
Oduu biyya keessaa Rakkoo Paartii Badhaadhinaa fi ABUT furuuf hojjetamaa jira- jaarsolii Obse Wakgari Jun 19, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Rakkoo Paartii Badhaadhinaa fi Adda Bilisummaa Ummata Tigraay jidduu jiru hiikuuf hojjechaa jiraachuu jaarsoliin biyyaa Ityoophiyaa beeksisan.…
Oduu biyya keessaa Milkiin Ityoophiyaa, furtuu milkii Afrikaati -preezdaantii Baankii Addunyaa Obse Wakgari Jun 19, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Milkiin Ityoophiyaa, furtuu milkii Afrikaati jedhan preezdaantiin Baankii Addunyaa Deeviid Maalpaas. Preezdaantichi baankichi deeggarsaa…