Oduu biyya keessaa Artiist Hacaaluu Hundeessaaf yaadannoon qophaa’e Obse Wakgari Jul 13, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 6,2012(FBC)- Artiist Hacaaluu Hundeessaaf yaadannoon qophaa’e. Sirni yaadannoo artiistichaa Hoteela Sharaatan magaalaa Finfinneetti gaggeeffameera. Manni barnootaa…
Biiznasii Ministeerri Albuudaa fi Inarjii albuuda galtee indaastiriif ta’u humna biyya keessatin danda’uuf… Obse Wakgari Jul 13, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 6,2012(FBC)- Ministeerri Albuudaa fi Inarjii albuuda galtee indaastiriif ta’u humna biyya keessatin danda’uuf hojjechaa jiraachuu beeksise. Ministeerichi Ministeera…
Oduu biyya keessaa Ajjeecha atriisti Haacaaluu Hundeessaan shakkamtoonni 2 to’annoo jala oolaan Obse Wakgari Jul 10, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2012 (FBC)- Abbaan Alangaa Waliigala Federaalaa aaddee Adaanach Abeebee, tibba tarbee ajjeecha gara jabeenya artiisti Haacaaluu Hundeessaarratti raawwatameen…
Oduu biyya keessaa Biyyattitti karoora misooma waggaa 10rratti marii taasifama jiru itti fufeera Obse Wakgari Jul 10, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti mariin karoora misooma waggaa 10rratti gaggeeffama jiru akkuma itti fufetti jira. Mariin guyyaa har’a damee tuuriizimii irratti…
Oduu biyya keessaa MM Dr. Abiy Chaansilara Jarman Angeelaa Maarkeel waliin bilbilaan mari’atan Obse Wakgari Jul 10, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad Chaansilara Jarman Angeelaa Maarkeel waliin bilbilaan mari’ataniiru. Mariin isaaniis weerara vaayrasii…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI guyyaa har’aa walga’ii idileesa gaggeesseera Wabi Fufa Jul 7, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2012 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI guyyaa har’aa walga’ii idileesa gaggeesseera. Manni maricha walga’ii isaan bara baajata 2013tti…
Oduu biyya keessaa Namoonni 54 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise Wabi Fufa Jul 4, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 26,2012 (FBC) - Gabaasa qorannaa sa’aa 24tin namoonni 54 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise. Sa’aa 24 keessatti qorannaan samuudaa namoota…
Oduu biyya keessaa Gabaasa qorannaa sa’aa 24tin namoonni 157 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI… Obse Wakgari Jun 29, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24tin namoonni 157 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise. Sa’aa 24 keessatti qorannaan samuudaa…
Oduu biyya keessaa Dhimmi Hidha Haaromsaa mariidhan akka hiikamu Chaayinaan deeggarsa kan itti fuftu ta’uu… Obse Wakgari Jun 29, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts dhimma Hidha Haaromsaarratti garaagartee isaanii mariidhan akka hiikan Chaayinaan deeggarsashee kan itti fuftu ta'uu…
Oduu biyya keessaa Karoora misoomaa waggaa 10rratti mariin ummataa gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Jun 29, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Karoora misoomaa waggaa 10 Ityoophiyaarratti mariin ummataa gaggeeffamaa jira. Karooricha kan qopheesse Koomiishiniin Plaanii fi Misoomaa…