Oduu biyya keessaa Buufanni Xiyyaaraa Yaaballoo eebbisiifame Ayana Dheressa Aug 31, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2017(FMC) – Buufanni Xiyyaaraa Yaaballoo bakka Ministira Muummee Itti aanaa obbo Tamsageen Xurunaafi hoggantoonni mootummaa olaanoon argamanitti eebbisiifameera.…
Oduu biyya keessaa Adeemsi hojii waliigalaa misooma koriidarii yeroo dhufuuf Abdii guddaa kenna – Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Aug 30, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2017 (FMC)- Adeemsi hojii waliigalaa misooma Koriidarii yeroo dhufuuf abdii guddaa kan kennuudha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy…
Biiznasii Pireezidaanti Taayyeen Expoo torbee daldalaa ‘Kan Itiyoophiyaa Bitaa” jedhuu banan Tsehay Guluma Aug 30, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Expoo torbee daldalaa “ Kan Itiyoophiyaa Bitaa“ jedhuu bananiiru. Torban Daldalaa mata duree “ Kan…
Oduu biyya keessaa Gochaa qabeenya yakkaan argaman seera qabeessa fakkeessuun dhiyeessuu ittisuuf hojjetamuu qaba –… Sifen Megersa Aug 29, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2017 (FMC) – Gochaa qabeenya yakka malaammaltummaan argaman seera qabeessa fakkeessuun dhiyeessuu ittisuuf caalmaatti hojjetamuu qaba jedhan Itti Aanaan Ministira…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantii Itti Aanaan Bootiswaanaa Finfinnee galan Tsehay Guluma Aug 28, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2017 (FMC)- Pireezidaantii Itti Aanaan Bootiswaanaa Nidaabaa Nikoozinaatii guyyaa har’aa Finfinnee galaniiru. Pireezidaantii Itti aanaan kun wayita Buufata…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan hojii dippilooomaasiin dandeettii falmachuu ishee mul’ise Hidha Haaroomsaan… Tsehay Guluma Aug 28, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan hojii dippilooomaasiin dandeettii mirga ofiif falmachuu Addunyaaf mul’ise Hidha Haaroomsaan hojjetteetti jedhan Hayyoonni. Itiyoophiyaan…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Gabaawwan Sanbataa gara giddugala Gabaa Sadarkaa isaanii eeggatanitti guddisuuf… Tsehay Guluma Aug 28, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2017 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti Gabaawwan Sanbataa gara Giddugala Gabaa Sadarkaa isaanii eeggatanitti guddisuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Daldalaa Oromiyaa.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa Invastimanti Hooldingisi fi Daangootee Giruuppi gidduutti waliigaltee qooda… Ayana Dheressa Aug 28, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2017(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har’aa Itiyoophiyaa Invastimanti Hooldingisi fi Daangootee Giruuppi gidduutti waliigaltee qooda…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Paakistaan tumsa damee Humna Qilleensaan qaban cimsuuf waliigalan Tsehay Guluma Aug 28, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Paakistaan hariiroo gamlamee damee Humna Qilleensaan qaban caalmaatti cimsuuf waliigalaniiru. Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa…
Oduu biyya keessaa Walitti hidhamiinsa Afrikaa dhugoomsuuf miidiyaaleen ga’ee guddaa qabu – Dooktar Laggasaa Tulluu Tsehay Guluma Aug 27, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2017 (FMC)- Walitti hidhamiinsa Afrikaa dhugoomsuuf miidiyaa fi kominikeeshiniin ga’ee guddaa qaba jedhan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar…