Oduu biyya keessaa Naannoleen filannoo ifooman Obse Wakgari Mar 14, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2012(FBC) – Naannoleen filannoo ifooman. Haaluma kanaan nananoleen filannoo 547 ta'uun ifoomaniiru. Naannoleen filannoo mana maree…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad ummanni osoo hin rifatin, fayyaa ofii fi maatiisaa eeguu qaba jedhan Obse Wakgari Mar 14, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ummanni osoo hin rifatin fayyaa ofii fi maatiisaa eeguu qaba jedhan. Dooktar Abiy miidhamaan…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq, Yuweerii Kaaguutaa Muuseveenii waliin mari’atan Obse Wakgari Mar 13, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2012(FBC) –Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen preezdaantii Yuugaandaa Yuweerii Kaaguutaa Muuseveenii waliin mari'atan. Preezdaant Saahilawarq…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namni vaayrasii koroonaatin qabame tokko argame Obse Wakgari Mar 13, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2012(FBC) – Ityoophiyaatti namni vaayrasii koroonaatin qabame tokko argame. Qorannaa Ityoophiyaatti taasifameen lammiin Jaappaan tokko vaayrasii…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Ityoophiyaanota Naayroobii jiraatan waliin mari’atan Obse Wakgari Mar 13, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2012(FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Naayroobiitti Ityoophiyaanota waliin mari'atan. Preezdaant Saahilawarq daawwii isaanii Keeniyaatin…
Oduu biyya keessaa Hidha Haaromsaarratti mariin beekumsarratti hundaa’e murteessaa ta’uun ibsame Obse Wakgari Mar 13, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2012 (FBC) - Hidha Haaromsaarratti mariin beekumsarratti hundaa'e murteessaa ta'uun ibsame. Waltajjii marii hayyootaa Hidha Haaromsaa fi laga…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq, Uhuuruu Keeniyaattaa waliin mari’atan Obse Wakgari Mar 12, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) –Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen preezdaantii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaattaa waliin mari'atan. Turtii masaraa biyyoolessaa mootummaa Keeniyaatti…
Oduu biyya keessaa Jilli Jeneraal Biraanuu Juulaatin duurfamu, muummee ministiraa Sudaan waliin mari’ate Obse Wakgari Mar 12, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) – Jilli Ityoophiyaa itti aanaan eetaamaajoora Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Jeneraal Biraanuu Juulaatin duurfamu muummee ministiraa Sudaan Abdallaa Hamdook…
Oduu biyya keessaa Miidhaa Hidha Haaromsaarra ga’u kamuu ittisuu fi tarkaanfii deebii fudhachuuf qophii ta’uu Raayyaan… Obse Wakgari Mar 12, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) –Miidhaa Hidha Haaromsaarra ga’u kamuu ittisuu fi tarkaanfii deebii fudhachuuf qophii ta’uu Raayyaan Ittisa Biyyaa FDRI beeksise. Eetaamaajooriin…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa muudama dhiyaatef raggaasise Obse Wakgari Mar 12, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FCB) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idilee 14ffaa bara hojii 5ffaasaa har'a gaggeessera. Manni marichaa walga’iisaa guyyaa…