Oduu biyya keessaa Waamicha Dhaabuun Bayyanachuu Itiyoophiyaa Sifen Megersa Jul 29, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) – Dhaabuun Bayyanachuu Itiyoophiyaaf haa hiriirru jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Waamicha Biyyaalessaa dhiyeesse. Sagantaa Ashaaraa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan tarsiimoo haaromsa sirna nyaataa waliigalaa eegaltee jirti – Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Jul 28, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2017(FMC) - Yaa’ii jalqabaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii A.L.A bara 2021 geggeeffamee asi Itiyoophiyaan tarsiimoo haaromsa Sirna Nyaataa waliigalaa…
Idil Addunyaa Kaayyoon keenya hirkatummaa fi eeggatummaa itti fufsiisuu osoo hin taane Afrikaan akka of dandeessu… Tsehay Guluma Jul 28, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2017 (FMC) – Kaayyoon keenya hirkaatummaa fi eeggatummaa itti fufsiisuu osoo hin taane Afrikaan akka of dandeessu taasisuudha jedhan Ministirri Muummee Xaaliyaanii…
Oduu biyya keessaa Birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf hojiileen sirna ce’umsa nyaataa giddugaleeffatan raawwanneerra –… Sifen Megersa Jul 28, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2017 (FMC) – Birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf tarsiimoo fi imaammata ifaa ta’e bocuun hojiilee ce’umsa sirna nyaataa giddugaleeffatan raawwanneerra jedhan…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaanti Azaalii Asuumaanii waliin mari’atan Ayana Dheressa Jul 28, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 21 , 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Koomooroos Azaalii Asuumaanii waliin mari’atan. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Xaaliyaanii Finfinnee galan Sifen Megersa Jul 27, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee Xaaliyaanii Jii'orjiyaa Meelooniin Yaa'ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomaniirratti hirmaachuuf Finfinnee galan.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 27, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud waliin mari'atan. Pireezidaantiin Soomaaliyaa Hasan Sheek…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Afrikaatti Daayrektara UNDP waliin mari’atan Tsehay Guluma Jul 27, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Mootummoota Gamtoomaniti Gargaartuu Barreessituu fi Afrikaatti Daayirektara UNDP Ahunaa Iziyaakonwaa waliin…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Daayirektara Olaanaa FAO waliin mari’atan Tsehay Guluma Jul 27, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Daayirektara Olaanaa Dhaabbata Nyaataa fi Qonnaa Addunyaa Kuu Doongiyuu waliin mari'ataniiru. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Adoolessa 24, 2017 guyyaa tokkotti biqiltuuwwan miiliyoona 700 dhaabuuf haa qophoofnu! Tsehay Guluma Jul 27, 2025 0 Guyyaa kana namoonni miiliyoonni 30 ol ashaaraa isaanii ni kaa’uun eegama. Hundi keenyaa seenaa kana haa qoodannu, waloon dhaabuun haa dandamannu! Guyyaa 4 qofatu hafe…