Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan misooma qamadii Aanaa Agaarfaa daawwatan
Finfinnee, Mudde 4, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan Godina Baalee Aanaa Agaarfaatti misooma qamadii kilaastaraan misoomaa jiru daawwatan.…