Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Dirre Dhawaatti simataman Sifen Megersa Mar 12, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Dirre Dhawaa galaniiru. Dooktar Abiy Ahimad wayita buufata Xiyyaaraa Idil…
Oduu biyya keessaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Pirojektoota garaagaraa Eebbisisaa jiru Tsehay Guluma Mar 12, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) –Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan pirojektoota garaagaraa eebbisisaa jiraachuun ibsame. Fiildi…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Godina Harargee Bahaatti misooma Qamadii Bonee daawwatan Tsehay Guluma Mar 11, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Godina Harargee Bahaatti misooma qamadii Bonee daawwataniiru. Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa…
Oduu biyya keessaa Hawaasni gaaffiilee dhimmoota adda addaarratti qabu akka dhiyeessu gaafatame Tsehay Guluma Mar 11, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) – Hawaasni Barnootaa, Fayyaa, Diinadgee fi damee oomishaa, akkasumas dhimmoota ibsa barbaachisurratti gaaffiilee akka dhiyeessu Waajjirri Ministira…
Oduu biyya keessaa Misoomni Qonna Oomisha Appilii guddina agarsiisaa jira – Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy… Sifen Megersa Mar 10, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy misoomni Qonna Appilii guddachaa jiraachuu eeraniiru. #Oromia #Ityoophiyaa
Teeknooloojii Itiyoophiyaan dandeettii Diroonii Gabaa alaaf dhiyeessuu goonfatte – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Mar 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Indaastirii Iskaay Wiin Eeroonootiksii Diroonoota tajaajila Siiviilii fi Loltummaaf oolaan oomishu…
Oduu biyya keessaa Gamaaggamni raawwii Paartii Badhaadhinaa oolmaa guyyaa 2ffaa itti fufe Tsehay Guluma Mar 7, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Waltajjiin gamaaggama raawwii Hojii baatiiwwan jahan darbanii Paartii Badhaadhinaa oolmaa guyyaa 2ffaa har’as itti fufee geggeeffamaa jiraachuun…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen ergaa Pireezidaantii Angoolarraa ergameef fudhatan Sifen Megersa Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen ergaa Pireezidaantii Angoolaa fi dura taa'aa yeroo Gamtaa Afrikaa Zyaawoo Looreensoorraa ergameef…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Warshaa Dhugaatii Keenyaa daawwatan Tsehay Guluma Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad, Ministirri Muummee Itti Aanaa Tamasgeen Xurunaa fi Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Hojii Bulchiinsaa hawaasaatti dhiyeessuuf Gandoota Cimsuun murtessaadha-Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC)- Hojii Bulchiinsaa hawaasaatti dhiyeessuuf caasaalee Gandoota Cimsuun murtessaa ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Naannoo…