Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Moqaadishoo galan Tsehay Guluma Feb 27, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 20, 2017 (FMC) -Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Somaaliyaa Moqaadishoo galaniiru. Dooktar Abiy wayita buufata xiyyaaraa Idil…
Oduu biyya keessaa Bu’uura badhaadhinaa kan ta’e nageenya eeguun itti gaafatama walooti-Paartii Badhaadhinaa Tsehay Guluma Feb 26, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2017 (FMC)-Bu’uura badhaadhinaa kan ta’e nageenya eeguun itti gaafatama walooti jechuun Paartiin Badhaadhina hubachiise. Paartichi gama miidiyaa hawaasummaa…
Oduu biyya keessaa Calaqqee Eenyummaa Sabaa fi Sablammootaa qopheessuuf waliigalteen gamsadee mallatteeffame Debela Tadesse Feb 26, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2017 (FMC)- Calaqqee Eenyummaa Saboota, Sablammootaa fi ummatootaa qopheessuuf waliigalteen gamsadee mallatteeffameera. Waliigaltichas Afyaa’ii Mana Maree…
Oduu biyya keessaa Beekumsaa fi horataalee keenya misooma barnootaa egeree qajeelchan irratti dhangalaasuu qabna-Pir.… Debela Tadesse Feb 24, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC)–Beekumsaa fi horataalee keenya caalmaan misooma barnootaa egeree keenya qajeelchan irratti dhangalaasuu qabna jechuun Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan naannoo Beenishaanguul Gumuzitti Mana Barumsaa Ifa Boruu sadarkaa… Sifen Megersa Feb 24, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan naannoo Beenishaanguul Gumuzitti Mana Barumsaa Ifa Boruu sadarkaa 2ffaa Baaroo Mootummaa…
Oduu biyya keessaa Ministiroonni biyyoota miseensa Yaa’a Laga Naayil Hidhaa Haaromsaa daawwatan Debela Tadesse Feb 23, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2017 (FMC) – Ministiroonni, dippiloomaatonnii fi gaazexeessitoonni biyyoota miseensa Yaa’a Laga Naayil Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Gaaffiilee hawaasaa deebisuuf Caalmaatti ni hojjetama –WMM Tsehay Guluma Feb 21, 2025 0 Finfnnee, Guraandhala 14, 2017(FMC) - Gaaffiilee hawaasaa deebisuuf caalmaatti kan hojjetamu ta’uu Waajjirri Ministira Muummee ibse. Komii fi gaaffii ummataaf deebii kennuuf hojiilee…
Oduu biyya keessaa Qondaaltoota olaanoo duraanii WBO’f Muudamni kenname Sifen Megersa Feb 21, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Qondaaltoota Waraana Bilisumma Oromoo waliigaltee araaraa fudhachuun galaniif mootummaan naannoo Oromiyaa muudama kenneera. Nageenya waaraa…
Oduu biyya keessaa Ingiliz guddina gabaa kaappitaalaaf deeggarsa akka taasistu ibsite Debela Tadesse Feb 20, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaatti gabaa Kaappitaalaa eegalame guddisuuf Ingiliz deeggarsa akka taasistu Ministirri Muummee Ittaantuu Biyyattii Anjeelaa Reeynar ibsan.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Afyaa’ii Mana Maree Federeeshinii Raashiyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 18, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Afyaa’ii Mana Maree Federaalaa Federeeshinii Raashiyaa Vaalantiinaa Maatveeyeenkoo fi jila isaanii walin…