Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Mar 13, 2025 0 Daandii Dirree Kaleessa sosochii garaagaraa magaalaa Dirre Dhawaa daawwadheera. Guddinni Dirre Dhawaan daran ammayyoomuuf taasistu dinqisiisaadha. Dirreerraa wantoota jahan kanneen haa…
Oduu biyya keessaa Afrikaan Mana Maree Nageenyaa Mootummoota Gamtoomaniitti teessoo dhaabbii argachuuf hojjechuu qabdi… Sifen Megersa Mar 13, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2017 (FMC) – Afrikaan Mana Maree Nageenyaa Mootummoota Gamtoomaniitti teessoo dhaabbii argachuuf hojjechuu akka qabdu Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen…
Oduu biyya keessaa Misoomni Koriidarii magaalaa Harar jireenyaa fi Tuuriziimiif haala mijataa uume – Dooktar Abiy… Sifen Megersa Mar 12, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) – Hojiin Misooma Koriidarii magaalaa Harar jireenyaa fi Tuuriziimiif haala mijataa uumuu ilaalleerra jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Dirre Dhawaatti simataman Sifen Megersa Mar 12, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Dirre Dhawaa galaniiru. Dooktar Abiy Ahimad wayita buufata Xiyyaaraa Idil…
Oduu biyya keessaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Pirojektoota garaagaraa Eebbisisaa jiru Tsehay Guluma Mar 12, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) –Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan pirojektoota garaagaraa eebbisisaa jiraachuun ibsame. Fiildi…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Godina Harargee Bahaatti misooma Qamadii Bonee daawwatan Tsehay Guluma Mar 11, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Godina Harargee Bahaatti misooma qamadii Bonee daawwataniiru. Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa…
Oduu biyya keessaa Hawaasni gaaffiilee dhimmoota adda addaarratti qabu akka dhiyeessu gaafatame Tsehay Guluma Mar 11, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) – Hawaasni Barnootaa, Fayyaa, Diinadgee fi damee oomishaa, akkasumas dhimmoota ibsa barbaachisurratti gaaffiilee akka dhiyeessu Waajjirri Ministira…
Oduu biyya keessaa Misoomni Qonna Oomisha Appilii guddina agarsiisaa jira – Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy… Sifen Megersa Mar 10, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy misoomni Qonna Appilii guddachaa jiraachuu eeraniiru. #Oromia #Ityoophiyaa
Teeknooloojii Itiyoophiyaan dandeettii Diroonii Gabaa alaaf dhiyeessuu goonfatte – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Mar 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Indaastirii Iskaay Wiin Eeroonootiksii Diroonoota tajaajila Siiviilii fi Loltummaaf oolaan oomishu…
Oduu biyya keessaa Gamaaggamni raawwii Paartii Badhaadhinaa oolmaa guyyaa 2ffaa itti fufe Tsehay Guluma Mar 7, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Waltajjiin gamaaggama raawwii Hojii baatiiwwan jahan darbanii Paartii Badhaadhinaa oolmaa guyyaa 2ffaa har’as itti fufee geggeeffamaa jiraachuun…