Fana: At a Speed of Life!

Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2019 magaalota 7 keessatti taphatamu – Waldicha

Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2019 Istaadiyeemoota magaalota 7 keessatti argamanitti taphatamu jedhe Waldaan Aksiyoonaa Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa.

Haaluma kanaan Istaadiyeemii Finfinnee, Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa, Yuunivarsiitii Hawaasaa, Magaalaa Bahiir Daar, Yuunivarsiitii Aarbaa Mincii, Hoosaa’inaa fi Abiyyee Eersaamoo fi Istaadiyeemii Halaabaatti kan taphataman ta’uu ibse.
Sagantaan carraa baasuu piriimeer liigichaas Fulbaana 7, 2019 kan raawwatamu ta’uu hime.

Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2019 ammoo Fulbaana 30, 2019 akka jalqabu waldichi ibseera.

Indaalkaachaw Wadaajeen

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.