Oduu biyya keessaa Mojootti boombiiwwan 51 to’ataman Debela Tadesse Oct 16, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)-Magaalaa Mojootti boombiiwwan 51 shakkamtoota afur waliin to’atamuun eerame. Boobichi kan to’atame guyyaa har’a gara barii sa’aatii 11:00 hordoffii…
Idil Addunyaa Chaayinaan muuxannoo misoomaa haaraa qindeessuun guddina eegaltee cimsitee itti fufti- Shii… Debela Tadesse Oct 16, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)- Chaayinaan wixineewwan misoomaa haaraa fi muuxannoo qabdu qindeessuun guddina misoomaa eegaltee cimsitee itti fufti jedhan Pireezidaantiin Chaayinaa…
Ispoortii Morkii kubbaa miilaa waraana fakkaatu tapha Eelkilaasikoo 250ffaa Debela Tadesse Oct 16, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)- Tapha Laaligaa Ispeen torbee 9ffaan Riyaal Maadiridii fi Baarseloonaan ijibbaata kubbaa miilaa Eelkilaasikoon walkeessummeessu. Tapha hawwattummaan…
Oduu biyya keessaa Hirmaattonni yaa’ii Fooramii Xaanaa Paarkii Xaanaatti biqiltuu dhaaban Debela Tadesse Oct 16, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)- Hirmaattonni yaa’ii Fooramii Xaanaa 10ffaa Paarkii Xaanaa keessa sagantaa biqiltuu dhaabuu gaggeessaniiru. Fooramiin Xaanaa 10ffaan guyyaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Alaabaa boru kabajama Debela Tadesse Oct 16, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)-Guyyaan Alaabaa biyyaalessaa Wiixataa borii Onkololeessa 7, 2015 sagantaalee garaagaraan akka kabajamuu Manniimaree bakka bu’oota ummataa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Qaamoleen seera baastuu Jimmaatti oomisha ruuzii daawwatan Debela Tadesse Oct 16, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)-Qaamoleen seera baastuu naannolee fi federaalaa Godinaa Jimmaa Aana Shabeetti oyiruu oomisha ruuziin misoome daawwataniiru. Sagantaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Ityoophiyaa Turkitti dhoo’iinsa muudateen miidhaa qaqqabeef gaddi itti… Sifen Megersa Oct 15, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Mootummaan Ityoophiyaa Riippaabliika DiimookiraatawaaTurkii bulchiinsa Baartiinitti dhoo'iinsa muudateen miidhaa qaqqabeef gaddi itti dhaga'amuu…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad magaalaa Goondar galan Sifen Megersa Oct 15, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad magaalaa Goondar galaniiru. Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad gamaaggama raawwii hojii manneen hojii…
Oduu biyya keessaa Shaashamanneetti suphaa fi ijaarsi manneen harka qalleeyyii 65 eegalame Sifen Megersa Oct 15, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) –Magaalaa Shaashamanneetti suphaa fi ijaarsi manneenii harka qalleeyyii Birrii miiliyoona 36 hojjetamuu eegale. Manneen 65 harka qalleeyyii fi qaama…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Fayyaa fi Dhaabbileen waamamtootaa Birrii miiliyoona 112 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa… Sifen Megersa Oct 15, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Ministeerri Fayyaa fi Dhaabbileen waamamtootaa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 12 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa akaakuu fi maallaqaa…