Ispoortii Somaaliyaan Shaamiyoonaa seekaafaa umrii waggaa 17 gadii taate Sifen Megersa Oct 15, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Tapha xumuraa har'a gaggeeffameen Somaaliyaan Sudaan Kibbaa goolii 3 fi 1n injifachuu Shaamiyoonaa seekaafaa umrii waggaa 17 gadii bara 2022…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitichi hojii baruu fi barsiisuu cinaatti hojiilee hawaasummaarratti xiyyeeffannoon… Sifen Megersa Oct 15, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) –Yuunivarsiitiin Bahir Daar hojii baruu fi barsiisuu cinaatti hojiilee hawaasummaarratti xiyyeeffannoon hojjechuu akka qabu Muummeen Ministiraa FDRI…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiwwan Jimmaa, Salaalee fi Wallaggaa barattoota qormaata kutaa 12ffaa fudhatan simachaa… Sifen Megersa Oct 15, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) –Yuunivarsiitiwwan Jimmaa, Salaalee fi Wallaggaa barattoota qormaata biyyaalessaa Saayinsii Uumamaa kutaa 12ffaa fudhatan simachaa jiru.…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Itti aanaa Pireezidaantii Koree Qaxxaamura Diimaa idil addunyaa waliin… Sifen Megersa Oct 15, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Itti aanaa Pireezidaantii Koree Qaxxaamura Diimaa idil…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiiwwan barattoota 12ffaa saayinsii uumamaa qoraman simachaa jiru Sifen Megersa Oct 15, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Yuunivarsiitiiwwan garaagaara barattoota qormaata 12ffaa saayinsii uumamaa qoraman simachaa jiru. Yuunivarsiitiin Dambii Doolloo, Walloo, Waldiyaa,…
Oduu biyya keessaa Agarsiisni baazaarii sanyii filatamaa geggeeffame Sifen Megersa Oct 15, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Agarsiisni baazaarii sanyii filatamaa magaalaa adaamaa Hoteela Karrayyuutti geggeffameera. Agarsiisni kunis dhaabbata misoomaa Neezarlaandi SNV…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi Seera alummaa sirna daldalaa keessatti mul’atu to’achuuf ogeeyyiin Miidiyaa gahee… Sifen Megersa Oct 15, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Seera alummaa sirna daldalaa keessatti mul’atu to’achuufi ittisuuf hojii hojjetamu keessatti ogeeyyiin Miidiyaa gahee ogummaa ba'achuu akka qaban…
Oduu biyya keessaa Raawwiin Qormaata kutaa 12ffaa marsaan jalqabaa gamaaggamame Sifen Megersa Oct 15, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Raawwiin Qormaata kutaa 12ffaa marsaan jalqabaa bakka Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeessar Birihaanuu Naggaan argamutti Waajjira Muummee…
Oduu biyya keessaa Barsiisonni Qormaata 12ffaa qoruuf Yuunivarsiitii Arsiitti ramadaman hojii misoomaa daawwatan Sifen Megersa Oct 15, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Barsiisonni Yuuniivarsiitii adda addaarraa qormaata kutaa 12ffaa qoruuf Yuuniivarsiitii Arsiitti ramadaman hojiilee misoomaa mootummaa…
Idil Addunyaa NATOn kallattiin Raashiyaa waliin waraana keessa yoo seene badii idil addunyaa qaqqabsiisa… Sifen Megersa Oct 15, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Pireezidaantin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin Waraanni Waadaa Kaaba Atlaantik kallattiin Raashiyaa waliin waraana keessa yoo seene, badii idil addunyaa…