Yaa’iin Waloo Waggaa Manneen Maree Federaalaa fi naannolee boru magaalaa Jimmaatti ni gaggeeffama
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Yaa’iin Waloo Waggaa jalqabaa Manneen Maree Federaalaa fi naannolee boru magaalaa Jimmaatti kan gaggeeffamu ta'uu ibsameera.
Keessummoonni Yaa’ii…