Oduu biyya keessaa Kabaja Irreecha Malkaa Ateeteef qophiin xumuramuu ibsame Ayana Dheressa Oct 8, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Magaalaa Buraayyuutti Ayyaana Irreechaa Malkaa Ateetee kabajuuf, qophiin barbaachisu hundi xumuramuu Waajjirri Aadaafi Turizimii Bulchiinsa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dastaa Leeddaamoon Ayyaana Mawuliidaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan Ayana Dheressa Oct 8, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Pireezidaantiin naannoo Sidaamaa obbo Dastaa Leeddaamoon Ayyaana Mawuliidaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Obbo Dastaan…
Oduu biyya keessaa Lammiilee sababa walitti bu’iinsaan miidhamaniif sagantaan galii walitti qabuu qophaa’e Ayana Dheressa Oct 8, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- “Mata duree qunceen walgargaartee arba hiiti” jedhuun lammiilee sababa walitti bu’iinsaan miidhamaniif sagantaan galii walitti qabuu qophaa’uu Tajaajilli…
Oduu biyya keessaa Obbo Ristuu Yirdaaw Ayyaana Mawuliidaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan Ayana Dheressa Oct 8, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Pireezidaantiin naannoo Uummattoota Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaaw Ayyaana Mawuliidaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Hawaasni…
Oduu biyya keessaa Guyyaa dhaloota Nabiyyuu Mahaammad wayita kabajnu barsiifata isaanii yaadachuun ta’uu qaba- Obbo… Ayana Dheressa Oct 8, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Guyyaa dhaloota Nabiyyuu Mahaammad wayita kabajnu barsiifata isaanii yaadachuun ta’uu qaba jedhan Ministirri Ministeera Aadaafi Ispoortii Obbo Qajeelaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Mawulidaa Magaalota Jimmaa, Harariifi Gondaritti kabajamaa jira Ayana Dheressa Oct 8, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Ayyaanni Guyyaa dhalootaa Nabiyyuu Mahaammad 1497ffaan Magaalota Jimmaa, Harariifi Gondaritti kabajamaa jira. Magaalaa Jimmaatti Ayyaanni guyyaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebeen Ayyaana Mawulidaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan Ayana Dheressa Oct 8, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Aadde Adaanach Abeebeen Ayyaana Mawulidaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Aadde Adaanach ergaa gama miidiyaa hawaasummaa…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Finfinnee barattoota qormaata kutaa 12ffaa fudhatan simachaa jira Ayana Dheressa Oct 8, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Yuunivarsiitiin Finfinnee barattoota qormaata kutaa 12ffaa fudhatan simachuu eegaleera. Yuunivarsiitichi kaampaasiiwwan isaa 9 keessatti barattoota…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Mawuliidaa kabajamaa jira Ayana Dheressa Oct 8, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Ayyaanni Mawuliidaa 1497ffaan hordoftoota Amantaa muslimaan kabajamaa jira. Ayyaanni guyyaa dhaloota Nabiyyuu Mahaammad magaalaa Finfinnee masjiidaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Mawulidaa kan kabajnu seenaa addunyaafi jireenya dhala namaa jijjiruun tahuu qaba-MM Abiy… Ayana Dheressa Oct 8, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Ayyaana Mawulidaa kan kabajnu seenaa addunyaafi jireenya dhala namaa jijjiruun tahuu qaba jedhan Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad. Muummeen Ministiraa…