Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad misooma Qamadii Jallisii Bonee bara 2015 eegalchiisan Sifen Megersa Oct 9, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Muummee Ministiraa FDRi Abiy Ahimad misooma Qamadii Jallisii Bonee bara 2015 naannoo Somaalee aanaa Tulluu Guleediitti eegalchiisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Giddu gala qormaataatti meeshaalee dhorkaman qabatanii argamuun qormaata hunda kan haqsiisu… Sifen Megersa Oct 8, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2015 (FBC) - Giddu gala qormaataatti meeshaalee dhorkaman qabatanii argamuun qormaata hunda kan haqsiisu ta'uu Tajaajilli madaallii Barnootaa fi Qormaatilee…
Waajabila Faanaa Barattuun Qormaataa Kutaa 12ffaa qoramuuf Yuunivarsiitii Bulee Horaa seente daa’imman lakkuu… Sifen Megersa Oct 8, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2015 (FBC) - Barattuun Qormaataa biyyaalessaa Kutaa 12ffaa qoramuuf Yuunivarsiitii Bulee Horaa seente daa'imman lakkuu deesse. Akkasumas Qormaataaf Yuunivarsitii…
Oduu biyya keessaa Gaazexeessitoonni biyyoota Afrikaarraa dhufan gola ambaa saayinsii daawwatan Ayana Dheressa Oct 8, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Gaazexeessitoonni biyyoota Afrikaa garaagaraarraa dhufan gola ambaa saayinsii Ityoophiyaa tibban eebbifame daawwatan. Gaazexeessitoonni kunneen biyyoota…
Oduu biyya keessaa Qindeessitootaafi warreen qormaata kutaa 12ffaa qoraniif haala kenniinsa qormaatichaarratti ibsi… Ayana Dheressa Oct 8, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Qindeessitootaafi warreen qormaata kutaa 12ffaa qoraniif haala kenniinsa qormaatichaarratti yuunivarsiitiiwwan garaagaraatti ibsi laatame. Qormaanni…
Oduu biyya keessaa Komishinichi lammiilee sababa balaa lolaan qe’eesaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona… Ayana Dheressa Oct 8, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Komishiniin Gumruukaa godina Walaayittaatti lammiilee sababa balaa lolaan qe’eesaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa meeshaalee garaagaraa Birrii miiliyoona 19…
Biiznasii Magaalichatti dhaabbilee daldalaa kuma 18 olirratti tarkaanfiin fudhatame Ayana Dheressa Oct 8, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinneetti baatiiwwan 3 darbanitti dhaabbilee daldalaa qaala’iinsi gatii akka hammaatuufi seera daldalaa biroo cabsan kuma 18 olirratti…
Oduu biyya keessaa Mariin Paanaalii Ayyaana Irreechaa Malkaa Ateetee gaggeeffame Ayana Dheressa Oct 8, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Ayyaana Irreechaa Malkaa Ateetee guyyaa boruu kabajamu ilaalchisee mariin Paanaalii magaalaa Buraayyuutti gaggeeffameera. Irreechi duudhaa araaraa fi…
Biiznasii Magaalichatti baatiiwwan 3 darbanitti tajaajila mana qopheessaarraa galii Birrii miiliyoonni 888 ol… Ayana Dheressa Oct 8, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Ayyaanni Irreecha Hora Ayeetuu/ Hora Amboo waggoota dhibba tokkoo fi shantamaa oliif addaan citee ture yeroo jalqabaatiif guyyaa har’aa kabajameera.…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Irreecha Hora Amboo waggoota 150 oliif addaan citee ture yeroo jalqabaaf guyyaa har’aa… Ayana Dheressa Oct 8, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Ayyaanni Irreecha Hora Ayeetuu/ Hora Amboo waggoota dhibba tokkoo fi shantamaa oliif addaan citee ture yeroo jalqabaatiif guyyaa har’aa kabajameera.…