Ispoortii Tapha Darbii Maanchuriyaa 188ffaa har’a eegamu Debela Tadesse Oct 2, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC)- Tapha Pirimeerliigii Ingilaandi torbee 9ffaan kilabootni magaalaa Maanchistar, Maanchistar Siitiifi Maanchistar Yuunayitid tapha miira masaanummaa jabaan…
Oduu biyya keessaa Irreechi Hora Harsadee nagaan xumuramuu Abbaan Gadaa Goobanaa Hoolaa ibsan Ayana Dheressa Oct 2, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015(FBC)- Irreechi Hora Harsadee karaa nagaan kabajamee xumuramuu Abbaan Gadaa Goobanaa Hoolaa ibsaniiru. Abbaa Gadaa Goobanaa Hoolaa, Ayyaanni Irreechaa nagaan…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Irreechaa milkii guddaan xumurame- Obbo Shimallis Abdiisaan Ayana Dheressa Oct 2, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015(FBC)- Ayyaanni Irreechaa milkii guddaan xumuramuu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan. Ayyaanni Irreechaa bara 2015…
Oduu biyya keessaa Irreechi ibsituu tokkummaa, araaraafi nageenyaati- Hirmaattota Ayyaanichaa Ayana Dheressa Oct 2, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015(FBC)- Ayyaanni Irreechaa Hora Harsadee baranaa haala miidhagaafi hawwataa ta'een kabajamaa jiraachuu hirmaattonni ayyaanichaa ibsan. Ayyaanicharratti…
Oduu biyya keessaa Gadaan gadaa quufaa, gabbinaafi barri bara qananii nuuf haa ta’u-hirmaattota Ayana Dheressa Oct 2, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015(FBC)- Ayyaanni Irreechaa Hora Harsadee bara 2015 haala ho'aa ta'een kabajamaa jira. Ayyaanicha irratti sabaafi sablamoonni biyyattii garaagaraa hirmaataniiru.…
Oduu biyya keessaa Irreechi haammataadha- Abbaa Gadaa Goobanaa Hoolaa Ayana Dheressa Oct 2, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015(FBC)- Irreechi sabaafi sablammii akkasumas amantaa gargar hin qoodu, irreechi haammataadha jedhan Abbaan Gadaa Goobanaa Hoolaa. Guyyaa kaleessaa sabaafi…
Oduu biyya keessaa Kabajni Irreecha Hora Harsadee Kabajamuu eegale Ayana Dheressa Oct 2, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015(FBC)- Kabajni Ayyaana Irreechaa Hora Harsadee kabajamuu eegaleera. Yeroo ammaa hirmaattonni Ayyaanichaa Abbootii Gadaafi Haadholii Siinqeen durfamuu gara Hora…
Oduu biyya keessaa Jilli Ministirichaan durfamu pirojektii neetworkii bishaan Booranaa daawwate Debela Tadesse Oct 1, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Habtamuu Ittafaan durfamu pirojektii neetworkii bishaan Booranaa daawwateera. Pirojektichi…
Oduu biyya keessaa Ayyaanonni nagaan akka xumuraman qaamoleen gumachaan galateeffataman Debela Tadesse Oct 1, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee jiraattonni magaalattii jijjiiraa baraarraa eegalee ayyaanonni jiran nagaan kabajamanii akka xumuramaniif…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa daragaggoota hojiilee rakkoolee furan uumaniin tarree biyyoota dorgomtootaa hiriirte Debela Tadesse Oct 1, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC)- Daragaggoonni Ityoophiyaa hojiilee rakkoolee furan uumuun tarree biyyoota dorgomtootaa keessaa tokko ta’uu Ministeerri Hojii fi Ogummaa Ibse. Gareewwan…