Ispoortii Maanchistar Siitii 6 – Maanchistar Yuunaayitid 3 Ayana Dheressa Oct 2, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC)- Taphni Pirimeerliigii Ingilaandi torbee 9ffaa guyyaa har’aa Maanchistar Siitiifi Maanchistar Yuunaayitid gidduutti taphatame olaantummaa Maanchistar…
Idil Addunyaa Indooneezhiyaatti walitti bu’iinsa dirree kubbaa miilaa keessatti uumameen lubbuun namoota 174 darbe Ayana Dheressa Oct 2, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC)- Indooneezhiyaatti walitti bu’iinsa dirree kubbaa miilaa keessatti uumameen lubbuun namoota 174 darbuu gabaafame. Biyyattiitti walitti bu’iinsa…
Oduu biyya keessaa Irreechi nagaan xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa beeksise Ayana Dheressa Oct 2, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC)- Kabajni Ayyaana Irreecha nagaan xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa beeksise. Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinneefi Hora Harsadee miiliyoonponni irratti…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni jijjiirraa baraa Yam kabajamaa jira Ayana Dheressa Oct 2, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC)- Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa saba Yam ‘Heeboon’ kabajamaa jira. Hiikkaa baatii jalqaba bara haaraa jedhu kan qabu ayyaanichi bakka dhalattoonni…
Ispoortii Atileet Yaalamzarf Yahuwaalaaw fiigicha maraaatoonii Landan injifatte Ayana Dheressa Oct 2, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC)- Atileet Yaalamzarf Yahuwaalaaw dorgommii fiigicha maraaatoonii Ingiliz Landanitti gaggeeffamaa jiru injifatte. Atileet Yaalamzarf dorgommicha sa’aatii…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi hawaasa Booranaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 2.3 taasise Ayana Dheressa Oct 2, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC)- Ministeerri Bishaanii fi Inarjii hawaasa Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa garaagaraa Birrii miiliyoona 2.3’tti tilmaamamu…
Oduu biyya keessaa Obbo Taaggasaa Caafoon Seenaataroota Ameerikaa waliin mari’atan Ayana Dheressa Oct 2, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015(FBC)- Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Obbo Taaggasaa Caafoon Seenaataroota Ameerikaa waliin mari’atan. Obbo Taaggasaan Seenaataroota Ameerikaaf…
Uncategorized Irreechi Hora Harsadee karaa nagaan xumurameera-Komishinii Poolisii Oromiyaa Ayana Dheressa Oct 2, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015(FBC)- Irreechi Hora Harsadee karaa nagaan xumuramuu Komishiniin Poolisii Oromiyaa ibse. Ayyaanni Irreechaa calaqqee Uummata Oromoo ta’uu ibsuun, Ayyaanni…
Oduu biyya keessaa Koolleejjiin Saayinsii Fayyaa Harar barattoota 1075 eebbise Ayana Dheressa Oct 2, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015(FBC)- Koolleejjiin Saayinsii Fayyaa Harar Marsaa 27ffaan barattoota kuma 1fi 75 eebbiseera. Koolleejjichi barattoota ogummaa Fayyaa addaa addaan barsiisaa…
Oduu biyya keessaa Irreechi waltajjii tokkummaafi obbolummaa, dirree faayaa fi faayama addunyaa ittiin raajeeffame… Ayana Dheressa Oct 2, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015(FBC)- Irreechi waltajjii tokkummaafi obbolummaa, dirree faayaa fi faayama addunyaa ittiin raajeeffame ta'uun karaa nagaan xummurame jedhan Itti gaafatamaan…