Ayyaanni Irreechaa karaa nagaan akka kabajamuuf qophiin taasifamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 18,2015 (FBC)- Ibsituu Ityoophiyaanotaa kan ta’e Ayyaanni Irreechaa karaa nagaan akka kabajamuuf qophiin taasifamaa jira jedhan sadarkaa Ittaanaa Kantiibaatti Hojii…