Masqalli biyya keenya maqaa gaariin waamsisuu, aadaa keenyaa beeksisuu fi tokkummaa keenyaa cimsuun…
Finfinnee, Fulbaana 17, 2015 (FBC)- Masqalli ayyaana amantaa bira darbee biyya keenya maqaa gaariin waamsisuu, aadaa keenyaa beeksisuu fi tokkummaa keenya cimsuun duudhaa hedduu kan qabuudha…