Idil Addunyaa Sooriyaatti kooleeraan mudate Debela Tadesse Sep 26, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2015 (FBC) – Sooriyaa kutaalee garaagaraatti Dhibeen kooleeraa mudachuun lubbuun namoota 29 darbuun eerame. Akka Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Sooriyaatti…
Oduu biyya keessaa Obbo Dastaa Leeddamoon ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan Ayana Dheressa Sep 26, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Pireezidaantiin naannoo Sidaamaa obbo Dasitaa Leeddaamoon ayyaana masqalaa sababeeffachuun hordoftoota amantichaa maraaf ergaa baga ittiin isin gahee…
Oduu biyya keessaa Godina Booranaatti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 3 darbe Ayana Dheressa Sep 26, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Godina Booranaa magaala Yaaballoo iddoo addaa buufata Humna Ibsaatti konkolaataan FSR jedhamu garagaluun lubbuun namoota 3 darbe. Balichaan namoota…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Masqalaa duudhaa amantaa bira darbee hambaa aadaa ummata Ityoophiyaati-Dooktar Yiliqaal… Debela Tadesse Sep 26, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2015 (FBC) – Ayyaanni Masqalaa Duudhaa amantaa bira darbee hambaa aadaa ummataa Ityoophiyaati jedhan Pireezidantiin Naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffaalaa.…
Biiznasii Tajaajilichi qaamoleen karaa seeraan alaa maallaqa daddabarsan gochaasaaniirraa akka of qusatan… Ayana Dheressa Sep 26, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Qaamoleen karaa seeraan alaa maallaqa daddabarsuu irratti bobba’an gochaa isaaniirraa akka of qusatan Tajaajilli Nageenya Maallaqaa FDRI yaadachiise.…
Oduu biyya keessaa Duudhaaleen Oromoo deebi’anii akka latan bu’uura seeraan mirkaneessuuf ni hojjetama-Afyaa’ii Caffee Debela Tadesse Sep 26, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2015 (FBC) – Duudhaaleen Oromoo deebi’anii akka latan, mallattoo Oromoo ta’uun addunyaaf hambaa akka ta’aniif bu’uura seeraan mirkaneessuuf ni hojjetama jedhan…
Oduu biyya keessaa Itti quufiinsa maamiltootaa mirkaneessuun hojiisaa jalqabaa ta’uu Ityoo Teelekoom ibse Ayana Dheressa Sep 26, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Itti quufiinsa maamiltootaa mirkaneessuuniifi damichaan dorgomaafi bu’aaqabeessa ta’ee argamuun hojiisaa jalqabaa ta’uu Ityoo Teelekoom ibse.…
Oduu biyya keessaa Obbo Umad Ujuluun hordoftoota amantaa kiristaanaa maraaf ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan Ayana Dheressa Sep 26, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Pireezidaantiin mootummaa Gambeellaa Obbo Umad Ujuluun Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun hordoftoota amantaa kiristaanaa maraaf ergaa baga ittiin isin gahee…
Oduu biyya keessaa Akkuma Daamaraa ifuun waan nutti dukkanaa’ee ibsaa injifattummaan itti haa fufnu-Kant. Adaanech… Debela Tadesse Sep 26, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2015 (FBC) –Tokkummaa mirkaneesuun akkuma Daamaraa ifuun waan nutti dukkanaa’e hundaa ibsaa injifattummaan itti haa fufnu jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Ayyaanicha wayita kabajnu naannawaa keenya lootee seentotarraa eeguun ta’uu qaba- MNKLI Ayana Dheressa Sep 26, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Ayyaana Daamaraafi Masqalaa wayita kabajnu naannawaa keenya lootee seentotarraa eeguun ta’uu qaba jedhan Ittaanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Kibba…