Gabaasni jalqabaa sarbama mirga namoomaa waraana Kaabaan walqabatee raawwatame ifoome
Finfinnee, Fulbaana 11, 2015 (FBC) –Humni Waloo Ministirootaa gabaasa jalqabaa yeroo sarbama mirga namoomaa waraana Kaabaa Ityoophiyaatti gaggeeffamaa jiruun walqabatee raawwatame ifoomse.…