Oduu biyya keessaa Dhaabbileen Federaalaa guyyaa tola ooltummaa waloon kabajaa jiru Sifen Megersa Sep 6, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) – Ministeerri Fayyaa, Barnootaa fi Hojii fi Ogummaa guyyaa tola ooltummaa waloon kabajaa jiru. Manneen Hojii kunneen Mana barumsaa…
Oduu biyya keessaa Kutaan magaalaa Boolee fi bulchiinsi magaalaa Buraayyuu muxxannoo hojii wal jijjiiran Ayana Dheressa Sep 6, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2014(FBC)- Bulchiinsi kutaa magaalaa Boolee fi Bulchiinsi magaalaa Buraayyuu dameewwan hojii garaagaraatti muxxannoo wal jijjiiran. Bulchiinsi magaalaa Boolee kenna…
Oduu biyya keessaa Bara baajatichaatti lammiilee miiliyoona 2.8’f carraan hojii uumamuu ibsame Ayana Dheressa Sep 6, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2014(FBC)- Bara baajataa 2014tti lammiilee miiliyoona 2.8’f carraan hojii uumamuu Ministirri Ministeera Hojiifi Ogummaa Aadde Muufariyaat Kaamil ibsan. Aadde…
Oduu biyya keessaa Kutaa magaalaa Liddataatti gamoowwan baatii 2 keessatti hojjetaman eebbifaman Sifen Megersa Sep 6, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) –Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen Kutaa magaalaa Liddataatti gamoowwan baatii 2 keessatti ijaarramanii xumuraman abbaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin imaammataa idil addunyaa 9ffaan gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Sep 6, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2014(FBC)- Yaa’iin imaammataa idil addunyaa 9ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Yaa’ichi jijjiirama qabeenya qilleensaa, mirgootaafi itti gaafatamummaa…
Oduu biyya keessaa Tola ooltummaan hojii eebbifamaa lammiidhaan lammiif hojjetamudha -Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa Sep 6, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) – Tola ooltummaan hojii eebbifamaa lammiidhaan lammiif hojjetamudha jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan. "Karaan Duudhaa…
Uncategorized Waraana ABUT bane ittisaa imala badhaadhinaa itti fufsiisna- Obbo Mallas Alamuu Ayana Dheressa Sep 6, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2014(FBC)- Harka tokkoon waraana garee shororkeessaa ABUT bane ittisaa harka biraan imala badhaadhinaa eegalle itti fufsiisna jedhan hogganaan Waajjira Paartii…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad guyyaa tola ooltummaa sababeeffachuun harka qalleeyyiif manneen jireenyaa dabarsan Sifen Megersa Sep 6, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyaa tola ooltummaa sababeeffachuun Awwaareetti lammiilee harka qalleeyyiif manneen jireenyaa dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Harargee Bahaatti balaa konkolaataa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbe Sifen Megersa Sep 6, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) – Godina Harargee Bahaa Aanaa Gurawaatti balaa konkolaataa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbuu Waajjirri Poolisii Aanichaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Addunyaan kan dhaabbatte waan gaarii namoota biroof taasiifamuuni – MM Abiy Ahimad Sifen Megersa Sep 6, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) – Addunyaan kan dhaabbatte waan gaarii namoota biroof taasiifamuuni jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad. Maallaqa, Beekkumsaa fi humna…