Bulchiinsi magaalichaa manneen 952 namota harka qalleeyyiif dabarsee kenne
Finfinnee, Qaammee 1, 2014(FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee manneen waliin jireenyaa kutaa magaalaa Qirqoositti ijaarsise namoota harka qalleeyyiif dabarsee kenne.
Kantiibaan magaalaa…