Biirichi rifoormii sirna barnootaa haaraarratti marii gaggeessaa jira
Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)- Biiroon Barnootaa Oromiyaa,riifoormii sirna barnootaa haaraa fi kallattii gara fulduraa irratti qooda fudhattoota waliin Magaalaa Adaamaatti mari’achaa…