Guddina Ityoophiyaa mirkaneessuurraa humni lafaa nu dhaabu hinjiraatu-Aadde Adaanech
Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Guddina Ityoophiyaa mirkaneessuurraa kan nu dhabuu danda’u humni lafarraa tokkollee hinjiraatu jechuun Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…