Oduu biyya keessaa Finfinneetti balaa tiraafikaan miidhaan qaqqabe Debela Tadesse Sep 1, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Lidaataatti balaa konkolaataa qaqqabeen lubbuun nama tokkoo yoo darbu, namoota lamarraa miidhaa cimaan qaqqabeera.…
Biiznasii Finfinneetti baazaarii fi egizibiishinii qopheessaan jira-Ejensicha Debela Tadesse Sep 1, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Qaala'iinsa gabaa tibba ayyaanaa mudachuu malu tasgabbeessuuf Magaalaa Finfinneetti baazaarii fi egizibiishinii qopheessa jiraachuu Ejensiin Babal'ina…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan haala yeroo irratti Ambaasaaddarootaaf ibsa laatan Debela Tadesse Sep 1, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Itti Aanaan Mummicha Ministeeraafi Ministeeri Dhimmaa Alaa Obbo Dammaqaa Mokooniin haala yeroo ilaalchisuun ambaasaaddarootaa fi dippiloomaatotaaf ibsa…
Ispoortii Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa har’a Ruwaandaatti imala Debela Tadesse Sep 1, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha deebii gulaallii CAF torbe dhumaa taphachuuf har’a gara Ruwaandaatti imala. Garichi Dilbata dhufu…
Oduu biyya keessaa Galaanitti HGHI’f Birrii miiliyoonni 37 ol walitti qabame Debela Tadesse Sep 1, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2014(FBC)- Magaalaa Galaanitti Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaaf Birrii miiliyoonni 37 ol walitti qabameera. Magaalichi Waancaa hidha haaromsaa Magaalaa Duukam…
Idil Addunyaa Dhaabbanni Maallaqaa Addunyaa Zaambiyaaf liqii Doolaara biiliyoona 1.3 raggaasise Debela Tadesse Sep 1, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2014(FBC)- Dhaabbanni Maallaqaa Addunyaa (IMF) Zaambiyaaf liqii Doolaara biiliyoona 1.3 raggaasisuu gabaafame. Liqichi diinagdee biyyattii tasgabbeessuufi guddina…
Oduu biyya keessaa Argisiisa Duubaayirratti dhaabbileen Ityoophiyaa 5 ni hirmaatu Debela Tadesse Sep 1, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Baatii Sadaasaa dhufu Argisiisa Teeknoolojii Idil Addunyaa Duubaayitti gaggeeffamurratti Dhaabbileen Gurgurtaa Bizinasii Ityoophiyaa shan kan hirmaatan…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi Baankii Misoomaa Ityoophiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesse Sifen Megersa Aug 31, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Ministeerri Hojii fi Ogummaa Baankii Misoomaa Ityoophiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesseera. Ijoon waliigaltichaa hojii uumtoota…
Fayyaa Dooktar Liyaan miseensota Koree farra dhibee Pooliyoo kilabii Rootarii Ityoophiyaa waliin… Sifen Megersa Aug 31, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan miseensota Koree farra dhibee Laamsheessaa daa'immanii kilabii Rootarii Ityoophiyaa…
Biiznasii Gatiin gurgurtaa Qinxaaboo Boba’aa haaluma jiruun Itti fufa jedhame Sifen Megersa Aug 31, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Baatii Fulbaanaa Gatiin gurgurtaa Qinxaaboo Boba’aa haaluma Baatii Hagayyaan kan Itti fufu ta’uu Miniteerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…