Ispoortii Ramaddiin gulaallii Waancaa Afrikaa umrii waggaa 23 gadii ifoome Sifen Megersa Aug 18, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC) – Ramaddiin gulaallii tapha Waancaa Afrikaa umrii waggaa 23 gadii bara 2023 ifoomeera. Haaluma kanaan gareen Kubbaa Miilaa biyyaalessa…
Oduu biyya keessaa Hojiin suphaa “Istiiliing Beezii” buufata maddisiisa anniisaa Qooqaa xumurame Ayana Dheressa Aug 18, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC)- Hojiin suphaa “Istiiliing Beezii” buufata maddisiisa anniisaa Qooqaa Birrii miiliyoona 20 hojjetame xumuramuu ibsameera. Bakki bishaan gama dhabamsiisa…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin hojiilee daddabarsa namootaa ittisuu irratti hojjetaman gamaaggamu gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Aug 18, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC)- Waltajjiin hojiilee daddabarsa namootaa ittisuu irratti hojjetaman gamaaggamu gaggeeffamaa jira. Waltajjichaan namootaan daldaluu, seeraan ala nama…
Oduu biyya keessaa Mariin biyyaalessaa mootummaa cimaafi fudhatamu qabu ijaaruuf gargaara jedhame Ayana Dheressa Aug 18, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC)- Mariin Biyyaalessaa mootummaa cimaafi fudhatamummaa qabu ijaaruuf kan gargaaru ta’uu Komishiniin Marii Biyyaalessaa ibse. Komishinichi hoggantoota…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti naannoo 12ffaa hundeessuuf murtoon ummataa akka gaggeefamu murtaa’e Sifen Megersa Aug 18, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii gaaffii naannoo tokko jalatti gurmaa’uu godinaalee 6 fi aanaalee addaa 5 naannoo kibbaa fudhachuun murtoon ummataa akka…
Oduu biyya keessaa Naannichatti lammiileen miiliyoonni 3.4 deeggarsa midhaan nyaataa barbaadu jedhame Ayana Dheressa Aug 18, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC)- Naannoo Uummattoota Kibbaatti lammiileen miiliyoonni 3 fi kumni dhibbi 4 deeggarsa midhaan nyaataa kan barbaadan ta’uu Biiroon Qonnaa naannichaa ibse.…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi lammiilee galii gadi aanaa argataniif ijaarsa gamoo mana jireechaa eegalchiise Ayana Dheressa Aug 18, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC)- Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa lammiilee galii gadi aanaa argataniif ijaarsa gamoo mana jireechaa eegalchiise. Ministeerichi ijaarsa gamoo mana…
Biiznasii Gurgurtaa Humna Elektirikaarraa galiin Birriin biiliyoonni 21 argame Sifen Megersa Aug 18, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC) – Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa bara baajataa xumurame gurgurtaa humnaarraa galii Birrii biiliyoona 21 ol walitti qabuu beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Gaaffii naannoo ta’uu godinaalee fi aanaalee addaa naannoo kibbaarratti mari’atamaa jira Sifen Megersa Aug 18, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii gaaffii gurmaa’iinsa naannoo ta’uu godinaalee 6 fi aanaalee addaa 5 naannoo kibbaarratti mari’ataa jira.…
Oduu biyya keessaa Kutaa magaalichaatti piroojektoonni Birrii miiliyoona 298 oliin hojjetaman eebbifaman Ayana Dheressa Aug 18, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Addis Katamaatti piroojektoonni 156 Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoon 98 oliin hojjetaman eebbifaman.…