Oduu biyya keessaa MMF Hagayya 12, 2014 Yaa’ii Ariifachiisaa ni gaggeessa Sifen Megersa Aug 16, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2014 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii Kamisa dhufu Yaa’ii Ariifachiisaa kan gaggeessu ta’uu ibseera. Yaa’ii Ariifachiisaa kanaan ajandaalee adda addaarratti…
Idil Addunyaa Odiingaan bu’aa filannoo kan hin fudhanne ta’uu dubbatan Sifen Megersa Aug 16, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2014 (FBC) – Bu’aa filannoo Pireeziddaantumma Keeniyaa kaleessa ifoome kan hin fudhanne ta’uu kaadhimamaa kan turan Raayilaa Odiingaan ibsan.…
Oduu biyya keessaa Waliigaltee daangaa bulchiinsa GAO fi Finfinneerratti mariin taasiifame Sifen Megersa Aug 16, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2014 (FBC) – Waliigaltee daangaa bulchiinsaa Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee fi magaalaa Finfinneerratti mariin taasiifame. Kaayyoon marichaa…
Oduu biyya keessaa Karoora daldala alaa milkeessuuf xiyyeeffannaan hojjetama-Ministeericha Debela Tadesse Aug 16, 2022 0 Finfinnee, Hagayya, 9, 2014(FBC)- Alergitootaa waliin walitti dhiyeenyaan hojjechuun karoora daldala alaa qabame milkeessuuf xiyyeeffannaan kan hojjetamu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi…
Oduu biyya keessaa Himatamtuun Abbaa Manaa ishee haala suukaneessaan ajjeefte hidhaa cimaan adabamte Sifen Megersa Aug 16, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2014 (FBC) – Dubartii biroo waliin hariiroo jalqabdeerta jechuun, himatamtuun Abbaa Manaa ishee haala suukaneessaan ajjeefte hidhaa cimaa waggaa 18 adabamteerti.…
Oduu biyya keessaa Oomishtummaan oomishtoota qorichootaa biyya keessaa laafuun himame Debela Tadesse Aug 16, 2022 0 Finfinnee, Hagayya, 9, 2014(FBC) - Oomishtumaan dhiyeessitootaa fi oomishtoota qorichootaa biyya keessaa waggoottaan shanan darbaanin yoo madaalamu sadarkaa olaanaan duubatti hafuun himame.…
Oduu biyya keessaa Qaamoleen Hidha Haaromsaaf deeggarsa taasisan galateeffataman Debela Tadesse Aug 16, 2022 0 Finfinnee, Hagayya, 9, 2014(FBC)- Ijaarsa Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaaf qaamolee deeggarsa taasisaniif waltajjiin galataa fi aadaa Ityoophiyaa beeksisuu Jaappaan Bulchiinsa…
Idil Addunyaa Sudaanitti balaa lolaan lubbuun namoota 52 darbe Sifen Megersa Aug 16, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2014 (FBC) – Sudaanitti balaa lolaa muudateen lubbuun namoota 52 darbuu Aanga’oonni biyyattii beeksiisaniiru. Manneen kumni 8 fi 170 ol barbada’uus…
Oduu biyya keessaa Mootummaan carraa hojii uumuurratti xiyyeeffannoon hojjechaa jira- Obbo Dammaqaa Makonnin Ayana Dheressa Aug 16, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2014( FBC)- Mootummaan carraa hojii uumuurratti xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa…
Oduu biyya keessaa Damee Hojiifi Ogummaa hirmaannaa hundaa barbaada- Aadde Muufariyaat Kaamiil Ayana Dheressa Aug 16, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2014( FBC)- Dameen Hojiifi Ogummaa damee carraafi rakkoolee hedduu qabu akkasumas hirmaannaa qaamolee hundaa barbaadu ta’uu Ministirri Ministeera Hojiifi Ogummaa Aadde…