Karoora guyyaa sabaa fi sablammootaa 17ffaarratti mari’atame
Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Karoora kabaja guyyaa sabaa fi sablammoota Ityoophiyaa 17ffaa qindeessummaa Mana Maree Federeeshiniin Naannoo Sidaamaatti kabajamu ilaalchisuun hoggantonni…