Magaalaa Finfinneetti gamoowwan Qajeelcha Poolisii ammayyaa ijaarsi isaanii xumurame eebbifaman
Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Kutaalee Magaalaa Finfinnee garaagaraatti Piroojektoonni misoomaa Birrii miiliyoona dhibba 8 fi miiliyoona 31 oliin ijaarraman guyyaa har’aa…