Ityoophiyaan Meedaaliyaa Meetii fi Naahaasii dabalataa argatte
Finfinnee, Adoolessa 29, 2014 (FBC) – Fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 Shaampiyoonaa Atleetiksii addunyaa umrii waggaa 20 gadii eda fiiggameen Atleet Siimboo Alamayyoohu 2ffaa ba'uun…