Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 18ffaan Ityoophiyaan gabatee sadarkaa 2ffaarra teesseetti
Finfinnee, Adoolessa 12, 2014 (FBC)- Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 18ffaa Ameerikaa Ooriiganitti gaggeeffamaa jiruun Ityoophiyaan gabatee sadarkaa 2ffaarra teesseetti.…