Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Keeniyaa Naayiroobii galan Sifen Megersa Jul 5, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Yaa’ii addaa hoggantoota Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaarratti hirmaachuuf Keeniyaa Naayiroobii…
Oduu biyya keessaa Faayidaa Oomisha bunaarraa argamu guddisuuf kutannoon hojjechuu barbaachisa- Obbo Ristuu Yirdaa Ayana Dheressa Jul 5, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Faayidaa Oomisha bunaarraa argamu guddisuuf kutannoon hojjechuu barbaachisa jedhan Preezdaantiin naannoo Uummattoota Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaan.…
Oduu biyya keessaa Haala yaa’iinsa daldalaa fi Invastimantii Ityoophiyaa fi Raashiyaa gidduu jiru guddisuun… Sifen Megersa Jul 5, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Haala yaa’iinsa daldalaa fi Invastimantii Ityoophiyaa fi Raashiyaa gidduu jiru guddisuun danda’amurratti mariin gaggeeffameera.…
Oduu biyya keessaa Naannawaan daldala bilisaa biyya keessaa eegaluun damee loojistikii ni dadammaqsa- Aadde Daagmaawit… Ayana Dheressa Jul 5, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Naannawaan daldala bilisaa biyya keessaa eegaluun damee loojistikii kan dadammaqsu ta’uu Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistikii Aadde…
Oduu biyya keessaa Qormaata rakkisaa waliin ta’uun irra aanuun nageenyaa fi misooma waaraa mirkaneessuuf tattaaffiin… Sifen Megersa Jul 5, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) - Qormaata rakkisaa waliin ta’uun irra aanuun nageenyaa fi misooma waaraa mirkaneessuuf tattaaffiin taasifnu itti fufa jedhan Itti…
Oduu biyya keessaa Meeshaalee bu’uuraa fayyadamtootaaf qixa sirriin qaqqabsiisuu dhabuun seeraan nama gaafachiisa… Ayana Dheressa Jul 5, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Meeshaalee bu'uuraa fayyadamtootaaf qixa sirriin qaqqabsiisuu dhabuun seeraan kan nama gaafachiisu ta'uu Ministeerri Haqaa ibse. Meeshaalee…
Oduu biyya keessaa Mootummaan hojii Shanee qulqulleessuuf tarkaanfii fudhachaa jiru cimsee itti fufa- Caffee Oromiyaa Ayana Dheressa Jul 5, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Mootummaan hojii Shanee qulqulleessuuf tarkaanfii fudhachaa jiru cimsee kan itti fufu ta’uu Caffeen Oromiyaa ibse. Caffeen Oromiyaa Godina Qeellam…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa haleellaa gareen shororkeessaa Shanee Ummata nagaarraan gahe balaaleeffate Sifen Megersa Jul 5, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa haleellaa gareen shororkeessaa Shane Ummata nagaarraatti raawwate balaaleeffateera. Manni Maree Bakka Bu’oota…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannoo Oromiyaa tarkaanfii shaneerratti fudhatu cimee kan itti fufu ta’uu… Sifen Megersa Jul 5, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa haleellaa Godina Qellem Wallaggaa aanaa Hawwaa Galaanitti, humni shororkeessaa shanee lammiilee nagaarratti raawwateen…
Idil Addunyaa MM Abiy Ahimad Pireezidaantii Mana Maree Awurooppaa waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 5, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantii Mana Maree Awurooppaa Chaarlas Miisheelii waliin bilbilaan mari'ataniiru. Yaa'ii hoggantootaa…