Hidhattoonni Sudaan Kibbaa weerarri Naannoo Ummatoota Kibba Lixa Ityoophyaatti raawwatan hinjiru…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) – Hidhattoonni Sudaan Kibbaa weerarri Naannoo Ummatoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti raawwatan akka hinjirre Ittigaafatamaan Biiroo Bulchiinsaaf Nageenyaa…