Boba’aa liitira kuma 85 albuuda biroon makee gurguruuf kan yaale Buufanni Raabsaa Boba’aa Ooyilibiya…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) – Godina Geediyoo Magaalaa Wanaagaatti boba’aa liitira kuma 85 albuuda hinbarbaachifneen makuun hawaasatti gurguruuf kan yaale Buufanni Raabsaa Boba’aa…