Biiznasii Fooramiin Daldalaa Ityoo-Xaaliyaanii xumurame Ayana Dheressa Jun 25, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) – Fooramiin Daldalaa Ityoo- Xaaliyaanii guyyoota lamaaf Xaaliyaanii magaalaa Roomitti gaggeeffamaa ture xumuramuu Imbaasiin Ityoophiyaa Roomitti argamu…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Baankii Misooma Afrikaa Ityoophiyatti jijjiiramni qabatamaan akka dhufu taasisaa jira… Ayana Dheressa Jun 25, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) – Sagantaan Baankii Misooma Afrikaa qonnaan bultoota ardichaaf dhiyeessii teeknooloojii deeggaru Ityoophiyatti jijjiiramni qabatamaan akka dhufu taasisaa…
Oduu biyya keessaa Walga’iin Koree Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa eegale Ayana Dheressa Jun 25, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) – Walga’iin Koree Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa eegaluu ibsame. Korichi dhimmoota biyyaalessaa fi hojiilee paartichaarratti mari’atee hojiilee…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan dameewwan nageenyaa fi misoomaan hawaasa idil addunyaa waliin qindoominaan ni hojjetti-… Ayana Dheressa Jun 25, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan dameewwan nageenyaa, misoomaa fi tumsa dippiloomaasiin hawaasa idil addunyaa waliin qindoominaanii fi walkabajuurratti bu’uureffachuun …
Oduu biyya keessaa Labsichi lammiileen mirga isaanii fayyadamuun biyyasaanii akka guddisaniif ga’ee olaanaa qabaachuu… Ayana Dheressa Jun 25, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) – Labsiin sirna bulchiinsa federaalaa lammiileen mirgaa fi dirqama isaanii baranii mirga isaanii fayyadamuun biyyasaanii akka guddisaniif ga’ee olaanaa…
Oduu biyya keessaa Hanga ammaatti balallii marsaa 111 lammiileen Ityoophiyaa kumni 40 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa… Ayana Dheressa Jun 25, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) – Koreen Biyyaalessaa lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran gara biyyaa deebisuuf hundaa’e hanga ammaatti lammiilee kumni…
Oduu biyya keessaa Humni Qilleensaa Ityoophiyaa paayileetota eebbisiise Ayana Dheressa Jun 25, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) – Humni Qilleensaa Ityoophiyaa mata duree “qeerransoota 2014” jedhuun paayileetota leenjisaa ture guyyaa har’aa eebbisiiseera. Eebbifamtoonni kunneen…
Oduu biyya keessaa Yakkaamtoota haleellaa raawwachuu keessatti hirmaatan hojiin ittigaafatamoo taasisuu cimee kan itti… Debela Tadesse Jun 24, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) – Biyyatti bakkoota garagaraatti haleellaa raawwataman keessatti yakkamtootaa hirmaatan hojiin ittigaafatamoo taasisuu cimee kan itti fufuu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Kaabineen magaalaa Dirree Dawaa dhimmoota garaagaraatti mari’achuun murtoo dabarse Sifen Megersa Jun 24, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) –Kaabineen Bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa dhimmoota garaagaraatti mari'achuun murtoo dabarseera. Baajata Idilee fi Kaappitaalaa bara 2015 irratti…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Maallaqaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee deeggarsaa Doolaara miiliyoona 600… Debela Tadesse Jun 24, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) – Ministeerri Maallaqaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee Doolaaraa miiliyoona 600 waliif mallatteessaniiru. Waliigalteen kana keessaa Doolaarri…