Lammiileen kuma 1 fi 24 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa marsaa sadiin hojii lammiilee deebisuu gaggeeffameen lammiileen kuma 1 fi 24 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru.…